Аватар канала ABDII SABAA
TG

ABDII SABAA

Telegram · abdii_sabaa
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬 Contact Us 💬 @AbdiiSabaaDm 🎯 BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
Подписчиков600 000
Охват поста40 600
Коэффициент охвата6,8%
Постов за месяц 70 последний 9 октября 2026
Рекламных постов 0 0,0% ленты
Прирост аудитории +8,9% за 90 дней

Динамика подписчиков

с 20 июля 2026 по 12 октября 2026 · минимум 551 000 · максимум 600 000

Кто рекламировался за полгода

Рекламных размещений с маркировкой не найдено.

Публикации

Оригинал

Eeyyee ni kafala hojjedhaa Teelebirriin baafadhaa. ASBEKS 🤖 https://t.me/Asbeksbot/start ⚡️ @AsbeksPlatform

21 900 просмотров
Оригинал

Naannoo Tigiraay Raayyaatti Filannoon Bulchitoota Yeroo Kan Nageenyaa fi Tasgabbii Gaggeeffame Raayyaatti adeemsa nageenyaa fi tasgabbii yeroo kan hoogganan bulchitoota filachuuf sirni filannoo har'a gaggeeffamaa ooleera. Kaayyoon filannoo kanaa inni guddaanis…

25 600 просмотров
Оригинал

Qarshii 199 Viidiyoo Ediitingii (Video Editing) Bilbila Harkaa Qofaan Baradhaa! Viidiyoowwan qulqullina olaanaa qaban bilbila harkaa keessan qofaan akkamitti akka 'edit' gootan barachuu ni barbaadduu? Carraa gaarii dhiyaate kana fayyadamaa! Dandeettii kana horachuuf ulaagaan barbaadamu bilbila harkaa (Smartphone) qabaachuu qofa yoo ta'u, kaffaltii baay'ee xiqqaa ta'e, qarshii 199 qofaan barnoota kana guutummaatti…

21 800 просмотров
Оригинал

ODUU SIYAASAA IJOO: Itoophiyaan Waraanni Eertiraa Hatattamaan Daangaa Ishee Keessaa Akka Ba'uuf UN'f Waamicha Dhiyeessite; Eertiraan Himannicha Haalte Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Dr. Geediyoon Ximotewos marii Kamisa kaleessaa Itti Aantuu Barreessituu…

24 700 просмотров
Оригинал

Balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa Gara Maqalee Onkolooleessa 1 Irra Deebi'ee ni Eegalama Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii idilee gara magaalaa Maqaleetti taasisaa turee fi sababa haala yeroof addaan citee ture, Onkolooleessa 1, bara 2019 irraa eegalee…

26 600 просмотров
Оригинал

#ADS Tajaajila paaspoortii hunda nubiraa ni argattu! Tajaajila paaspoortii kam barbaaddu? 1) Haaraa baasuu 2) Haaressuu 3) Kan bade ykn ciccite baasuu 4) Umrii fi Maqaa sirreessuu 5) Kan umrii 18 gadii Hundumasaa beellamaa idilee fi ariifachiisaadhaan magaalaa barbaaddan irratti qulqullinaan isiniif guunna. Ulaagaa fi kaffaltii tajaajila paaspoortiif barbaachisu suuraa irraa ilaalaa! Tajaajila keenya maaltu adda…

25 700 просмотров
Оригинал

Raayyaan Ittisaa fi Humni Nageenyaa Tigraay Magaalaa Idagaa Hamus To'achuun Gara Addigraatitti Dhihaatan Raayyaan Ittisa Biyyaa fi Humni Nageenyaa Tigraay (TPF) bariidhaan magaalaa Idagaa Hamus guutummaatti to'achuun gara magaalaa Addigraatitti dhihaachuu…

33 700 просмотров
Оригинал

Hir'ifama Gatii Beeksisa Miidiyaa Abdii Sabaa Irratti %80 Taasifneerra! Tajaajilaa fi oomishaalee keessan beeksifachuuf hir'ifama gatii guddaa dhibbantaa 80 (%80) taasifnee akka jirru isin beeksifna. Oomishaafi Tajaaila keessan beeksifachuuf @abdiisabaadm irratti ragaawwan qulqullina tajaajila keessanii mirkaneessan erguun harra irraa eegaltanii carraa kanatti fayyadamuu ni dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF,…

35 400 просмотров
Оригинал

Haleellaa Diroonii Warshaa Almedaa fi Sochii Waraanaa Naannoo Tigraay Warshaan Huccuu Almedaa kan magaalaa Adwaatti argamu haleellaa dirooniitiin rukutamuu isaa ibsame. Warshaan kun uffata waraanaa qaamolee adda addaatiif qopheessaa akka ture kan eerame yoo…

39 600 просмотров
Оригинал

Raayyaan Waraanaa Eertiraa Naannoo Tigraay Seenuu fi Haleellaa Diroonii Cimaan Irratti Raawwatamuu Ibsame Raayyaan waraanaa Eertiraa gara naannoo Tigraay, keessumaa magaalaa Addigraat seenuu isaa jiraattotni naannichaa ragaa viidiyoo waliin beeksisaniiru.…

40 500 просмотров

Похожие каналы