#ADS 🎓 Barattoota Freshman Waggaa Tokkoffaa Hundaaf Ergaa Gammachiisaa! Maarree Application Freshman Ethiopia jedhamu, kan isin fageenya irraa barbaadaa jirtan, kunoo manatti isiniif fidneerra! Application kana fayyadamuun barnoota Freshman bifa salphaa fi mijataa ta’een ofiirraa salphisaa. A+ Freshman Ethiopia waliin salphaadha. 🎓 Abjuu keessan dhugaa taasisaa. Qabxii gaarii dalaguun fedhii keessan, hawwii keessan…
ABDII SABAA UNIVERSITY
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬 NU QUNNAMUUF 💬 @Abdii_SabaaSupport 🎯 BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯 MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
Динамика подписчиков
с 20 июля 2026 по 12 октября 2026 · минимум 99 500 · максимум 116 000
Кто рекламировался за полгода
Рекламных размещений с маркировкой не найдено.
Публикации
#WolkiteUniversity Beeksisa Galmee Barattootaa Yuunivarsiitii Walqixxee Barattoonni haaraan bara 2019 A.L.I. Yuunivarsiitii Walqixxeetti ramadamtan, akkasumas barattoonni bara 2018 A.L.I. barnoota Riimidiyaalii Yuunivarsiitii Walqixxee keessatti hordofaa turtanii gara waggaa 1ffaatti dabartan, guyyaan galmee keessanii Onkololeessa 09 fi 10 bara 2019 A.L.I. ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera. 📌 Galmee irratti…
#DebreBerhanUniversity Beeksisa Galmee Barattootaa Yuunivarsiitii Dabra Birhaan Barattoonni haaraan bara 2019 A.L.I. Yuunivarsiitii Dabra Birhaanitti ramadamttan, akkasumas barattoonni bara 2018 A.L.I. Yuunivarsiitii Dabra Birhaanitti barnoota Riimidiyaalii hordofuun gara waggaa 1ffaatti ceetan, guyyaan galmee Onkololeessa 11 fi 12, bara 2019 A.L.I. ta'uu yunivarsiitichi beeksiseera. Leenjiin addaa fi sagantaan…
Ministeera Barnootaa Beeksisa Barattoota manneen barnootaa addaa federaalaa keessatti galmooftanii barachuu barbaaddan hundaaf! Ministeerri Barnootaa manneen barnootaa addaa federaalaa sadarkaa biyyaalessaatti hundeesse keessatti barattoota kutaa 9ffaa fi 10ffaa simachuun adeemsa baruu fi barsiisuu gaggeessaa jira. Ministeerichi iddoowwan dabalataa manneen barnootaa kana keessatti argamanitti fayyadamuun barattoota…
#InjibaraUniversity Beeksisa Galmee Barattoota Yuunivarsiitii Injibaaraa Yuunivarsiitiin Injibaaraa barattoota bara 2019 A.L.I. yuunivarsiiticha keessatti ramadamanii barattoota haaraa waggaa jalqabaa (Freshman) ta'an, akkasumas barattoota bara 2018 A.L.I. barnoota Riimidiyaalii yuunivarsiiticha keessatti hordofaa turuun gara waggaa 1ffaatti darban, guyyaan galmee isaanii Onkololeessa 12 fi 13 bara 2019 A.L.I. ta'uu…
#WallagaUniversity Beeksisa Galmee Barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota bara 2019 A.L.I. Yuunivarsiitichatti ramadaman, barattoota haaraa waggaa jalqabaa (Freshman) tahanii galmaawan, akkasumas barattoota bara 2018 A.L.I. Yuunivarsiitii Wallaggaatti sagantaa Riimidiyaalii hordofaa turuun qabxii darbiinsaa galmeessisan, guyyaan galmee isaanii Onkololeessa 09 fi 10 bara 2019 A.L.I.…